MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa...

Preview:

Citation preview

MagozeeMagozee

Lesley Koyi Wiehan de Jager Demoze Degefa oromo nivå 5

Magaala Nyiroobii irraa fagooti ijooleen manadhabiyyin manaan ala jiraata turan. Guyyaamaraa akkuma dhufite kessumessu. Guyyaaganama tokko ijooleen kun afaa irra rafanii bulanmarachu jalqaban. Akka isaaniti hinqorrinee waangaragaraa boobesanii o’ifatu. Magozeen gareeijoole kana kessa namtokko dha. Magozeenisumriidhan isa xiqqa ture.

2

Yeroo matiin isaa du’u Magozee waggaa shanqofa ture. Magozeenis essumaa isa wajjiiinjirachuf bira dhaqee. Namni kuni garauu mucaakanaf bayee hindhimamnee. Magozeedhaf nyataagahaa hinkenninef. Mucichi garu hojii bayee akkahojaatu godhe.

3

Yeroo Magozee gaafi kasuu essumina isa isatumaa. Yeroo immo Magozeen gara manabarnoota nandeema jedhe gaafatu, essumini isaaakan jedhe: “Bayee raata’a waan tateef barumsisif galu hindanda’u.” Wagga sadi booda Magozeemana essuma isa dhisee deeme. Daandi gubbajirachu calqabee.

4

Jiruun dandii gubba hamaa ture. Ijooleen waannyaatan argachuuf bayee dhama’aa turan. Ijollenkun yeroo tokko tokko nihidhaamu, nitumaamus.Yeroo dhibaman namni isaan gargaruu hinturre.Gareen kuni kan jiraatu mallaqa kadhaafimeshaale xixinno gurguratuuni. Jireenya isaaniirra caala kan hammesse waldhanis gareen kunigaree biraa wajjiin qabudha.

5

Guyyaa tokko Magozee yeroo qawwaa balfa kessayeroo ilaalu kitaaba senaa duloomaa tokkoargate. Kitaabicha qulqullesse keeshaa isa kessagodhate. Guyyaa sana irra caalqabee kitaabichabanee suraawan adda adda ilaala ture. Kitaabichaakka itti dubbisu hinbeeku ture.

6

Suuraawan sun wa’ee mucaa paylata ta’uf fedhiiqabu akkamit akka guddate agarsiisa.Magazeenis paylata ta’uf yaddan balali’ee. Yerootokko tokko akkan mucaa seenaa sanati of ilaala,

7

Guyyaan bayee qorraa dha yeroo Magazeeenkara gubba dhabate kadhatu. Namni tokko ittikiiqee akan jedheen,” Ashamaa, ani Tomaasjedham. Ani lafa ati waan nyaatu argatutaanhojadha.” Namni kunis karkaan gara mana kellookan gubbaan isaa dokiyyee ta’ee it agarsisee.”Bakka mana sana dhaqtee akka nyaata argatuabdiin qaba?” jedhe gafatee. Magazzenis yerootokko gara manichaa yeroo biraa immo garanamichaa ilaale. “Akka tasa,” jedhe garamannicha deeme.

8

Ji’oota ittiaanan kessatti manadhabeyyni kunTomaasni walarguu cimsanii qaban. Innis immonamoota wajjiin kessaahu namoota karaa gubbaajirataniin hasa’u jallata. Senaa namootadhaggefachu jallata. Tomaas nama amala gariiqabuufi nama namaa tufatu mit. Ijoolen tokkotokko gara guyyaa walakaa irrati gara manakelloo fi doqiyoo sana deemudhan waan nyataanargatan.

9

Yeroo Tomaas dhufee Magozee bira ta’uMagozeen immo kitaaba dubbisa ture. Tomaasakkan jedhe isa gafate, “Seenaa malii dubsitaa?”“Wa’ee mucaa paylata ta’eeti” jedhene Magozee.Tomaas, “Maqaa isaa enyuu jedhe gaafate?”“Anni himbekku, dubbisu hindanda’u,” jedheMagozeen.

10

Yeroo walqunnaman Magozee seenaa mataa isaaTomaasiti himuu calaqabee. Seenaan isaas wa’eeessuma isaatif akka inni itti mana baheeilaalchisee ture. Tomaas bayee hindubbanneswaan Magozeen godhuu qabuus itti hinmnee.Yeroo tokko tokko manaa nyataa kelloo sanaakessati hasa’u.

11

Woggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaabaseenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaabadiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaata’eedha. Tomaasis seenaa kana yeroo bayeedubbiseef, akkan jedheen, Amma yeroo ati manabarmusaa dhaqixee dubbisufi barressubarrachuu qabdu dha. Mal yaddaa jedheegafatee?” Tomaasis lafaa ijoolen itti dhaqxeebarattu itti ibsee.

12

Magozeenis wa’ee iddoo hara’a kana fi wa’eegara mana barnoota deemu ittiyada ture. Yoowanti essumni isaa jedhe sirri ta’e garuu innibarachuu hodadhabee? Yoo lafa hara’a kanatiissa rukutan? Bayee sodaate. “Gara gubba jirachuwayya ta’a jedhe yaade.”

13

Sodaa isas Tomaasit himee. Yeroo dheera boodaTomaas jiruun lafa hara’a kanati mishaa akka ta’uitti hime.

14

Haaluma kanan Magozeen lafa hara’a sanadhaqee mana doqiyye sana kessa gale. Namootalama wajjiin kutaa tokko kessaa walwajjiin jiratan.walmaa galatti ijoolee 10 mana sana kessa gala.Anitee, sisii fi abbaa manaa ishee, saree 3 fiaddurre tokko fi ra’ee dullooma taokko manasana kessa gala.

15

Magozeen barmusaa calqabee garu barmusi itticimee. Bayee dubati hafee ture. Yeroo tokkotokko dhisulee yaada. Garuu wa’ee paylata fitaphaata kubbaa milaa yeroo yaddu immo yadaisaa jijjira. Mana barmusaa kessaa hinbanee.

16

Magozeen oddoo kessa ta’ee kitaabaa manamagarisaa irra argatee san dubbisaa. Tomaasdhufee mal godhaa jirta jedhe isa gafate. “Wa’eemal dubistaa?” “Wa’ee mucaa barsiisaa ta’eti,”jedhe Magozeen. “Maqaan mucaa sani enyuudha?” jedhe Tomaas. “Maqaan isaa, Magozee,”jedhama.

17

Barnebøker for NorgeBarnebøker for Norgebarneboker.no

MagozeeMagozeeSkrevet av: Lesley Koyi

Illustret av: Wiehan de JagerOversatt av: Demoze Degefa

Denne fortellingen kommer fra African Storybook (africanstorybook.org) og ervidereformidlet av Barnebøker for Norge (barneboker.no), som tilbyr barnebøkerpå mange språk som snakkes i Norge.

Dette verket er lisensiert under en Creative Commons Navngivelse 4.0 Internasjonal Lisens.

Recommended