20
Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa, National Youth Movement for Bilisummaa fi Dimokraasiif(SDBBD) Freedom and Democracy (NYMFD) Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Finfinnee,Oromiyaa Gabaasaa Galmee Sabboontota Oromoo Kanneen Bara Tokko Keessatti Hidhaman,Ajjeefamanii fi Bakka Buuteen Isaanii Dhabamee. ( Sadaasa 2012 Irraa Hanga Sadaasa 2013) Uummatni Oromoo sirna bittaa Wayyaaneef tole jedhee guyyaatti gabrummaa of irratti ilaale hin qabu. Uummanni Oromoo diddaa sirna cunqursaa kanaaf wareegama baroota 21 keessatti baase kan lakkaawamee dhumu miti. Oromiyaa keessatti sabboontota gaaffii mirgaa kaasan yeroo irraa yerootti mootummaa Wayyaaneen adamfamanii mana hidhaa adda addaa keessatti ugguramuun aadaa bulchiinsa EPRDF ta’uun beekama. Bara tokkoo as Sadaasa9,2012 irraa eegalee hamma Sadaasa 9,2013 waggaa tokko keessatti sabboontotiin Oromoo FDG gaggeessaa jirtu jechuun mana hidhaatti ukkaamfaman lakkoofsaan hedduu taanis, gariis ajjeefamanii,gariin ammoo bakka buuteen isaanii dhabame. Walumaa gala Sadaasa 9/2012 irraa hanga sadaasa 9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa qabsoo bilisummaa Oromoof jechaa kanneen hidhaman, ajjeefaman yaadachuu fi sabni keenya adduunyaa irra jiru mirga qabsaawota kanaa bakka hundatti akka falmuuf jecha Sochiin Dargaggoota Oromoo Biyyoolessaa(Qeerroo Bilisummaa) galmee qabsaawota hidhamanii,ajjeefamanii fi bakka buuteen isaanii dhabamanii yeroo fi bakka irraa hidhaman waliin akka armaa gadiitti gabaasa. Ilmaan Oromoo Godina shawaa lixaa aanaa Ejeree keessatti gaaffiilee abbaa biyyummaa gaafattan jedhamuun hojii irraa dhorkaman ( sadaasa 11-2012) 1.Obbo Girmaa Araarsaa Gargaaraa Hakiima beeyladaa aanaa Ejeree 2.Obbo Abbabaa Giddiiraa gargaaraa Hakiima beeyladaa aanaa Ejeree 3.Obbo Dhaqqabaa Tafarraa Gargaaraa Hakiima Beeylaa Godina Iluu abbaa Booraa aanaa aanaa Cooraa keessatti gaaffiilee mirgaa gaafataman ABO waliin tahuun kan qindeessu sidha jechuun Barsiisaa Abbabaa Takkaa mana hidhaatti wayyaaneen ukkaamsitee turte. (Sadaasa 14- 2012)

Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

  • Upload
    others

  • View
    12

  • Download
    0

Embed Size (px)

Citation preview

Page 1: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa, National Youth Movement for

Bilisummaa fi Dimokraasiif(SDBBD) Freedom and Democracy (NYMFD)

Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Finfinnee,Oromiyaa

Gabaasaa Galmee Sabboontota Oromoo Kanneen Bara Tokko Keessatti

Hidhaman,Ajjeefamanii fi Bakka Buuteen Isaanii Dhabamee.

( Sadaasa 2012 Irraa Hanga Sadaasa 2013)

Uummatni Oromoo sirna bittaa Wayyaaneef tole jedhee guyyaatti gabrummaa of irratti ilaale hin qabu.

Uummanni Oromoo diddaa sirna cunqursaa kanaaf wareegama baroota 21 keessatti baase kan lakkaawamee

dhumu miti. Oromiyaa keessatti sabboontota gaaffii mirgaa kaasan yeroo irraa yerootti mootummaa

Wayyaaneen adamfamanii mana hidhaa adda addaa keessatti ugguramuun aadaa bulchiinsa EPRDF ta’uun

beekama.

Bara tokkoo as Sadaasa9,2012 irraa eegalee hamma Sadaasa 9,2013 waggaa tokko keessatti sabboontotiin

Oromoo FDG gaggeessaa jirtu jechuun mana hidhaatti ukkaamfaman lakkoofsaan hedduu ta’anis, gariis

ajjeefamanii,gariin ammoo bakka buuteen isaanii dhabame. Walumaa gala Sadaasa 9/2012 irraa hanga sadaasa

9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa

gaggeessaa ture. Bara kana keessa qabsoo bilisummaa Oromoof jechaa kanneen hidhaman, ajjeefaman

yaadachuu fi sabni keenya adduunyaa irra jiru mirga qabsaawota kanaa bakka hundatti akka falmuuf jecha

Sochiin Dargaggoota Oromoo Biyyoolessaa(Qeerroo Bilisummaa) galmee qabsaawota hidhamanii,ajjeefamanii

fi bakka buuteen isaanii dhabamanii yeroo fi bakka irraa hidhaman waliin akka armaa gadiitti gabaasa.

Ilmaan Oromoo Godina shawaa lixaa aanaa Ejeree keessatti gaaffiilee abbaa biyyummaa gaafattan jedhamuun

hojii irraa dhorkaman ( sadaasa 11-2012)

1.Obbo Girmaa Araarsaa Gargaaraa Hakiima beeyladaa aanaa Ejeree

2.Obbo Abbabaa Giddiiraa gargaaraa Hakiima beeyladaa aanaa Ejeree

3.Obbo Dhaqqabaa Tafarraa Gargaaraa Hakiima Beeylaa

Godina Iluu abbaa Booraa aanaa aanaa Cooraa keessatti gaaffiilee mirgaa gaafataman ABO waliin tahuun kan

qindeessu sidha jechuun Barsiisaa Abbabaa Takkaa mana hidhaatti wayyaaneen ukkaamsitee turte. (Sadaasa 14-

2012)

Page 2: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Gaaffiiwwan mirgaa itti fufinsaan Yuunivarsiitii keessatti gaafatamaa tureen wal qabatee ilmaan Oromoo

Yuunivarsiitii Madda walaabuu isin jibbinsa mootummaa wayyaanee qabdu jechuun Yuunivarsiitii irraa

arii’amanii jiran. (Sadaasa 15-2012)

Lakk Maqaa Muummee fi

waggaa

barnootaa

Hamma

adabbii

Naannoo

dhalootaa

Umrii

1 Barataa

Abdiisaa

Dagafaa

Health officer

3ffaa

Waggaa 2f

arii’ame

Bishooftuu 23

2 Barataa

Biiniyaam

Garramuu

Dheeressaa

‘’ Waggaa 3f

arii’ame

Walisoo 22

3 Barataa

Daagim

Yittaagezuu

‘’ Waggaa 2f

arii’ame

Jijjigaa 21

4 Barataa

Jireenyaa

Namoomsaa

‘’ Waggaa 1f

arii’ame

Horro Guduruu

Fincaa’aa

21

5 Barataa

Yaared

Argataa

‘’ Waggaa 1f

arii’ame

Asoosaa

wambaraa

22

6 Barataa

Waaqoo

Waariyoo

‘’ Waggaa 1f

arii’ame

Shaashimannee 23

7 Barattuu

Betseggaa

Waldee

‘’ Waggaa 1f

arii’ame

Adaamaa 22

8 Barataa

Liiban

Galaalchaa

‘’ Waggaa 1f

arii’ame

Hawaasaa 23

Godina shawaa lixaala Amboo keessatti barataa Abdii Bilisummaa barataa kutaa 11ffaa kan tahe maaliif maqaa

kana baafatte jechuun mana hidhaatti ukkaamsan. (Sadaasa 25-2012)

Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo dhimma shororkeessummaan yakkuun mana hidhaatti ukkaamse. (

sadaasa 28-2012) Ilmaan Oromoo kunneen

1. Sheik Ahmed Siraaj qotee bulaa

2. Obbo Adnaan Mohaammed Ismaa’el

3. Obbo Juhaar Sayid

4. Obbo Kamaal Usmaan Faarih

Yuunivarsiitii Arbaaminc keessatti aadaa fi duudhaa ilmaan Oromoo guddisuu waliin wal qabatee shira

mootummaan wayyaanee uumte barattootni dura dhaabbatan. Barreessaan Fiilmii Handarii Zannabaa Warquus

hidhame. (Mudde 01- 2012)

Page 3: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Godina shawaa lixaa aanaa Calliyaa mana barumsaa Geedoo keessatti barattootni Oromoo maqaa ABOn

arii’aman. Barataa Tsaggaayee Kabbadaas waggaa 2f arii’ame ( Mudde 02- 2012)

Godina Horroo Guduruu wallaggaa keessatti qotee bultootni Horroo gaaffii abbaa biyyummaa gaafachaaa

turaniin gatiin beenyaas dhorkatamuun maatii isaanii waliin rakkoof saaxilaman.(Mudde 08- 2012) Kunneen

1. Maatii obbo Bojaa Toleeraa',

2. MaatiiObbo Nagaasaa Duressaa,

3. Maatii Obbo Nugusaa Duressaa

4. Maatii Obbo Filee Galataa,

5. Maatii Obbo Mulugeetaa Kumsaa

Godina Shawaa bahaa magaala Bishooftuu keessatti ilmaan oromoo hojii dhabdummaan rakkatan isin

miseensota ABO jedhamuun mana hidhaatti ukkaamsaman ( Mudde 11- 2012)

1.Dargaggoo Wayyeessaa Guddataa Tuulii dhalootaan wallagga

bahaa,sadarkaa barnootaa digirii management

2.Dargaggoo Abdu Mohaammed dhalootaan Harargee Mi’eessoo,sadarkaa

barnootaa digirii 1ffaa accounting

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa waarshaa sukkaaraa Fincaa’aa keessatti ilmaan Oromoo sababa

Oromummaa isaaniin yakkamuun mana hidhaatti ukkaamsaman.Isaanis ( Mudde 17, 2012)

1. Girmaa Waayyuu itti gaafatamaa maachinery waarshaa

2. Namee Galataa

3. Jibriil

Abbaan Qabeenyaa Koollejjii Odaa Bulluq Obbo Abbabaa Haayiluu mootummaa wayyaaneen sababa

Oromummaa qofaan yakkamuun maa’ikelaawwiitti darbame( Mudde 19, 2012)

Godina Wallaggaa lixaa aanaa Ayiraa keessatti dargaggootni Oromoo isin miseensa qeerrooti jedhamuun

yakkamanii hidhaman. Gariin qorannoon rakkatan. ( Mudde 29-2012)

1. Barakat Efreem

2. Taarikuu Abarraa

Naannoo uummattoota Kibbaa keessatti mootummaan wayyaanee daraggota sabawwan Cunqurfamaa Sidaamaa

fi ilmaan Oromoo mootummaa wayyaanee dura dhaabbattan, Qeerroo Oromoo waliin quunnamtii qabdu

jedhamuun mana hidhaa mootummaaa wayyaaneetti ukkaamsaman. Gariitti ammo murtii dabaa dabarsan (

Mudde 23-2012)

Lakk Maqaa Teessoo Hojii lammii

1 Darajjee Kuusaa Harbegoonaa Hojjetaa

mootummaa

Oromoo

2 Libano

Laammessoo

Hawaasaa Hojjetaa qonnaa Sidaamaa

3 Miishoo Dalasaa Hawaasaa Hojjettuu

mootummaa

Sidaamaa

Page 4: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

4 Warquu

Alamaayyoo

Harbegoonaa Hojjetaa

mootummaa

Oromoo

1.Obbo Araggaa Tasfaayeetti hidhaa waggaa 6

2. Obbo Shibbiquu Maganee hidhaa waggaa 5

3.Obbo Indiriyaas Guugaa hidhaa waggaa 6 fi walakkaan adabee jira.

Mootummaan Wayyaanee barattoota Oromoo gaaffii mirgaa gaafattan jechuun Yuunivarsiitii Finfinnee keessaa

mana hidhaatti ukkaamsite. Garii ammoo barnoota irraa ariite. Kaan bakka buuteen isaani dhabame( Amajjii 06-

2013)

Lak

k

Maqaa Umri

i

Lammumma

a

Muummee

Barnootaa

Wagga

a

Lakk

Doormii

Naannoo Godina

1 Abdiisaa

Balaachoo

Taaffasaa

21 Oromoo Civil

Engineerin

g

3 217 Oromiya

a

Wallagga

2 Abbabaa

Gaddafaa

Baayisaa

21 Oromoo Biology 2 128 Oromiya

a

Amboo

3 Gaaddisaa

Taaddasaa

Fufaa

20 Oromoo Chemistry 1 New Saba

311

Oromiya

a

Wallagga

4 Lammaa

Caalaa

Duumessaa

20 Oromoo Biology 1 New Saba

221

Oromiya

a

Walisoo

5 Dabbabaa

Addeessaa

Muushaa

20 Oromoo Geology 1 224 Oromiya

a

Sabbataa

6 Gaaddisaa

Abarraa

22 Oromoo Geology 2 013 Oromiya

a

Wallaggaa

7 Taaddalaa

Taarraqaa

Lammii

23 Oromoo Geology 3 105 Oromiya

a

Wallaggaa

8 Gaarii

Tollinaa

Waaqjiraa

22 Oromoo Geology 2 013 Oromiya

a

Wallaggaa

Page 5: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

9 Hamid

Musxafaa

22 Oromoo Physics 1 310 Oromiya

a

Wallaggaa

10 Sanyii

Dagafaa

Duuressaa

22 Oromoo Maths 2 034 Oromiya

a

Amboo

11 Baqqalaa

Abdiisaa

Amanuu

21 Oromoo Electrical

Engineerin

g

3 918 Oromiya

a

Shawaa

kaabaa

12 Abdullaah

Eliyaas Turii

20 Oromoo Maths 2 122 Oromiya

a

Arsii

13 Dammaraa

Balaay

Guddataa

22 Oromoo Earth

Science

3 329 Oromiya

a

Wallaggaa

14 Malaakuu

Girmaa

23 Oromoo Biology 2 487 Oromiya

a

Walisoo

15 Xayib

Teessoo

Wayyeessaa

20 Oromoo Biology 1 New Saba

246

Oromiya

a

Arsii

16 Hangaasuu

Ittaanaa

20 Oromoo Earth

Science

1 New Saba

228

Oromiya

a

Wallaggaa

17 Abdataa

Guddataa

Lamuu

22 Oromoo Earth

Science

3 105 Oromiya

a

Wallaggaa

18 Abbabaa

Ayyalaa

Asaffaa

19 oromoo Geology 1 222 Oromiya

a

Sabbataa

19 Olaanaa

Tamasgeen

Aagaa

20 oromoo Electrical

Engineerin

g

3 126(Kiilo

o 6)

Oromiya

a

Wallaggaa

20 Iyyaasuu

Tamasgeen

Faxxanaa

20 Oromoo Civil

Engineerin

g

3 932 Oromiya

a

Wallaggaa

21 Aannillay

Alamaayyoo

22 Amaara Biology 2 221 Amaaraa Awwizoo

Page 6: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Admaasuu

22 Dibaabaa

Birbirsoo

Guutamaa

21 Oromoo Earth

Science

2 New Saba

112

Oromiya

a

Amboo

23 Fiqaaduu

Warquu

Magarsaa

25 Oromoo Chemisty 3 304 Oromiya

a

Amboo

24 Adnaw

Tasfaayee

Awwasuu

20 Amaara Computer

Science

2 New Saba

016

Amaara Bichenaa

25 Indaaloo

Balaay

Shittaa

20 Amaara Maths 2 New Saba

018

Amaaraa Qaarittii

26 Huseen

Ahmad

19 Oromoo Biology 1 227 Oromiya

a

Baalee

27 Yoonas

Diinaa

Baarkessaa

22 Oromoo Chemistry 2 322 Oromiya

a

Wallaggaa

28 Arjaa

Toleeraa

Irranaa

20 Oromoo Physics 1 New saba

322

Oromiya

a

Wallaggaa

29 Lammaa

Amanuu

Addunyaa

20 Oromoo Biology 1 New saba

318

Oromiya

a

Amboo

30 Quufaa

Hambaa

Obsii

20 Oromoo Biolgy 1 New saba

223

Oromiya

a

Arsii

31 Qannoo

Mokonnin

Galataa

20 Oromoo Computer

Science

1 New saba

311

Oromiya

a

Wallaggaa

32 Ayyaalaa

Biraanuu

Bayyanaa

22 Amaara Geology 3 123 Amaaraa Awwiizoon

Page 7: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

33 Ifaa Kumsaa

Mul’ataa

20 Oromoo Geology 1 New saba

22

Oromoo Sabbataa

34 Naanboonii

Taammiruu

Dirribaa

20 Oromoo Geology 1 New saba

307

Oromoo Sabbataa

35 Yeroosan

Urgeessaa

Caalaa

22 Oromoo Accounting 1 FB 143 Oromoo Walisoo

36 Abaataa

Guddinaa

Abboomaa

22 Oromoo Civil

Engineerin

g

3 932 Oromiya

a

Shawaa

bahaa

37 Dasaalee

Akkasaa

Qalbeessaa

21 Oromoo Earth

Science

2 New saba

012

Oromiya

a

Wallagaa

38 Abbabaa

Garramuu

Gassasee

25 Amaara Chemistry 3 402 Amaaraa Laalibaa

39 Mulunaa

Gammachuu

Qabataa

22 Oromoo Civil

Engineerin

g

3 New saba

117

Oromiya

a

Walisoo

40 Taajuddiin

Abdulaxiif

22 Oromoo Statics 2 202 Oromiya

a

Harargee

41 Taaddalaa

Indaashaw

Hundeessaa

24 Oromoo Earth

Sciece

4 301 Oromiya

a

Baakkoo

42 Siisay

Fayyisaa

20 Oromoo Maths 3 120 Oromiya

a

Limmuu

43 Kobbaayyee

Wandimmo

o Tasamaa

20 Tigiree Maths 2 031 Tigiray Koram

44 Abdataa

Taayyee

Mul’ataa

22 Oromoo Biology 1 333 Oromiya

a

Warra

Jaarsoo

Page 8: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

45 Biraanuu

Mokonnin

Alamuu

21 Amaaraa Maths 2 New

saba101

Amaaraa Debremarko

s

46 Tarreessaa

Nagaasaa

Nagaraa

22 Oromoo Chemistry 3 025 Oromiya

a

Shawaa

bahaa

47 Ayinaalam

Mokonnin

Dinquu

19 Oromoo Statics 3 205 Oromiya

a

Gudayyaa

Biilaa

48 Tamasgeen

Maaruliny

Tasammaa

20 Amaaraa Chemistry 2 320/402 Amaaraa Saayint

49 Lalisaa

Biqilaa

Duuressaa

20 Oromoo Maths 1 221 Oromiya

a

Horroo

Guduruu

50 Misgaanaa

Awwaqee

G/Hiwot

22 Amaaraa Statics 2 402/210 Amaaraa Gonder

51 Amsaaluu

Abdataa

Kabbadaa

20 Oromoo Geology 1 402/18 Oromiya

a

Horroo

Guduruu

52 Malkaamuu

Mulgeetaa

Kaffaalee

24 Amaaraa Physics 4 402/005 Amaaraa Acheefer

53 Mohaamme

d Jamaal

Ahmed

24 Amaaraa Geology 3 403/111 Amaaraa Dassee

54 Yohaannis

Araggaa

Amanuu

22 Sidaamaa Statics 2 234 Kibba Hawaasaa

55 Haayilee

Shibashii

Mokonnin

21 Amaara Statics 3 302/315 Amaara Baahirdar

56 Amaanuu

Bantii

21 Oromoo Chemistry 2 402/26 Oromoo Arsii

Page 9: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Magarsaa

57 Mabraatuu

G/Mikaa’el

G/Madin

22 Tigiraay Chemistry 3 402/018 Tigiraay Aduwaa

58 Xumuroo

Abitoo

Oonchee

22 Kambaataa Geology 3 402/117 U/Kibba Qadiidaa

59 Taakkalaa

Gonee

Fayyee

22 Sidaamaa Geology 4 402/103 U/Kibbaa Angabee

60 Gaaddisaa

Gabbisaa

22 Oromoo Afaan

Oromoo

2 501/20 Oromiya

a

Amboo

61 Guddisaa

Dassaaleny

Amantee

21 Oromoo Biology 3 302/05 Oromiya

a

Naqqamtee

62 Geetanee

Azzanee

Alamuu

21 Amaaraa Nursing 1 401/109 Amaaraa Acheefer

63 Guddee

Waakkannee

Hurrii

23 Oromoo Maths 2 245 Oromiya

a

Jimmaa

Diddaa Kun daran jaabaachaa deemuun mootummaan Wayyaanees ilmaan oromoo addatti funaanuun mana

hidhaatti ukkaamsee jira.Mootummaan wayyaanee ilmaan oromoo

1. Guutamaa Mokonnin Waaqasaa Geology waggaa 2ffaa

2. Qabataa Faxxanaa

3. Geetachoo Galataa Warquu maths waggaa 2ffaa

4. Ramadan Xayib Gadaa biology waggaa 2ffaa

5. Masarat Tafarraa

6. Yaa’iqob Gadaa Dabalee Chemistry waggaa 2ffaa

7. Daani’el Rabboo Waggaa Biology waggaa 1ffaa

Page 10: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

8. Abbabaa Tuujii Caalaa Biology waggaa 2ffaa

9. Abdataa Abdiisaa Dhaabaa Maths waggaa 2ffaa

10. Dingataa Lamuu Maths waggaa 2ffaa

Jedhaman doormii isaanii keessaa fuudhuun bakka buuteen isaanii dhabamee jira.Ilmaan oromoo mana

hidhaatti ukkaamsamanis barattoota dhalootaan Tigiree tahan guyyaa diddaa kanaa qabaman raga gochuuf gadi

gadhiistee jirti.Ilmaan Tigiree basaastummaaf gadi gadhiifaman

1. Addish Gabra maariyaam doormii 402/111

2. Tseggaaw Kasahuun doormii 402/120 waggaa 3ffaa

3. Geetaa Makii caannee doormii 402/005

4. Warquu Amaaraa doormii 402/012 biology waggaa 3ffaa

5. Mulgeetaa Massalee doormii 407/33 geography waggaa 3ffaa

6. Simmany Alamuu New saba 035 Maths waggaa 2ffaa

7. Dajanee Waldee doormii 402/010 Biology waggaa 2ffaa

Naannoo Beenishaangul Gumuz Toongoo keessatti mootummaan wayyanee ilmaan Oromoo WBO nyaachistu,

obaastu jechuun mana hidhaatti ukkaamse( Guraandhala 08-2013)

1. Darajjee Tarrafaa Hojjetaa mootummaa

2. Hasan Suleeyman hojjetaa mootummaa

3. Amsaaluu Dalasaa daldalaa

4. Efreem dargaggoo

Godina Booranaa aanaa Areeroo keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo maqaa ABOn mana

hidhaatti ukkaamse( Guraandhala 08-2013)

1. Obbo Ramatoo Jiloo

2. Obbo Diittaa Qabatoo fi

3. Galgaloo Waariyoo

Magaala Dirree Dawaa keessatti ilmaan Oromoo keessumaa dargaggootni WBO nyaachistu jedhamuun

hidhamanii mana hidhaa mootummaa wayyaanee Maa’ikelaawwiitti geeffaman( Guraandhala 11-2013)

Page 11: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

1. Obbo Barasaa Dirribii hojjetaa mootummaa./hojjetaa finance/

2. Obbo Huseen Abdulqaadir daldalaa abbaa maatii shanii

3. Obbo Kadir Caalaa hjojjetaa mootummaa abbaa maatii 4

4. Dargaggoo Rattaa Yaadataa barataa koollejjii waggaa 2ffaa

Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaartee keessatti dargaggootni Oromoo sirna mootummaa

wayyaanee dura dhaabbattan jedhamuun mana hidhaatti ukkaamsaman.( Guraandhala 23- 2013)

1. Barataa Wandee Margaa Galataa

2. Dargaggoo Dobee Mangistuu Haayiluu

3. Barataa Mokonnon Baqqalaa

4. Barata Kabbadaa Filee

5. Dargaggoo Badhaasaa Taaddasaa Hundarraa

Yuunivarsiitii Finfinnee kiiloo 4 keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo 12 ariite garii ammo 23

akeekkachiisa dhumaa itti kennite.( Guraandhala 28-2013)

Lakk Maqaa Muummee Waggaa

waggaa

baratu

Bakka

dhalootaa

umrii

1 Araarsaa

Waaqjiraa

Oljirraa

Earth Scince 5 Wallagga

bahaa

Bariisoo

24

2 Malkaamuu

Mulgeetaa

Kaffaalee

Physics 4 Naannoo

Amaaraa

aanaa

Acheefer

25

Barattootni 5 waggaa lamaaf kanneen arii’am yoommuu tahu qabeenya yuunivarsiitii keessaa badeefis tahe

human wayyaanee baheef yoo kaffalan malee barnootatti akka hin deebine jedhaman keessaa

Lakk Maqaa Muummee Waggaa

baratu

Bakka

dhalootaa

Umrii

1 Addis Guddataa

Yaadataa(Dhalaa)

Herrega 3 Booranaa aanaa

Bulee Horaa

23

2 Baqqaluu Siyyum

Tashoomee

Herrega 3 Naannoo

Amaaraa aanaa

Banjaa

22

3 Qajeelaa

Admaasuu

Dheeressaa

Baayolojii 1 Wallagga lixaa

aanaa Ayiraa

22

4 Tamasgeen

Cawwaaqaa

Statistics 3 Horroo

Guduruu aanaa

Horroo

23

5 Taaddalee

Taarrageny

Earth

Science

3 Wallagga bahaa

aanaa Guutee

24

Page 12: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Barattootni 5 ammoo waggaa 1f barnoota isaanii irraa kan arii’amanii fi qabeenya baheef yoo kaffalan malee

barnootatti akka hin deebine jedhaman

Lakk Maqaa Muummee Waggaa

baratu

Bakka

dhalootaa

Umrii

1 Gammachuu

Dalatoo

Duufoo

Computer

Scince

5 Arsii Asallaa 26

2 Fiqaaduu

Warquu

Chemistry 3 Shawaa lixaa

aanaa Ijaajjii

24

3 Isayyas

Ittaanaa

Anshuu

Earth

Science

1 Wallagga

lixaa aanaa

Mandii

22

4 Abbabaa

Tuujii Caalaa

Biology 2 Shawaa

kibba lixaa

23

5 Gaarii

Toolinaa

Geology 2 Wallagga

bahaa

22

Barattootni 23 ammoo akeekkachiisa dhumaan itti kennamuuf baasii gaaffii mirgaa dhaabuuf mootummaan

wayyaanee baase akka kaffalanii fi qabeenya barbadaa’eef itti akka gaafatamanii fi kaffalan dirqamsiifamanii fi

yoo hin kaffalan tahe kanneen arii’aman

Lakk Maqaa Muummee Waggaa baratu/ttu

1 Dirbabaa Sarbaabaa Geology Waggaa 2ffaa

2 Mulunee

Gammachuu

Geology Waggaa 3ffaa

3 Abdiisaa Balaachoo Civil Engineering Waggaa 3ffaa

4 Abbabaa Caalaa Statistics Waggaa 3ffaa

5 Muunii Shamsuu Geology Waggaa 1ffaa

6 Dassaaleny Eebbisaa Geology Waggaa 2ffaa

7 Gaaddisaa Abarraa Geology Waggaa 2ffaa

8 Efreem Kumalaa Geology Waggaa 2ffaa

9 Fitaalaa Jimaa Geology Waggaa 1ffaa

10 Darajjee Haayiluu Geology Waggaa 2ffaa

11 Meseret Tafarraa Herrega Waggaa 1ffaa

12 Yaaqob Gadaa Chemistry Waggaa 2ffaa

13 Abdataa Abdiisaa Herrega Waggaa 2ffaa

14 Lammaa Amanaa Biology Waggaa 1ffaa

15 Tufaa Hamdaa ICT Waggaa 1ffaa

16 Warqituu Waagii Geology Waggaa 1ffaa

17 Gaaddisaa Taaddasaa Chemistry Waggaa 1ffaa

18 Jammaree Balaay Biology Waggaa 3ffaa

19 Abbabaa Dagafaa Biology Waggaa 3ffaa

20 Malaakuu Girmaa Biology Waggaa 3ffaa

21 Hamid Musxafaa Physics Waggaa 1ffaa

Page 13: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

22 Sanyii Digafee Herrega Waggaa 2ffaa

23 Solomon

Alamaayyoo

Art Waggaa 4ffaaa

Godina Harargee bahaa aanaa Haramaayaa keessatti qotee bultoota Oromoo wayyaaneen isin miseensota ABOti

jechuun hidhe. Kaan qarshii 500n adabe.( Bitootessa 01-2013)

1. Usmaan Abdullaah qotee bulaa Araddaa Gooroo Jiddaa

2. Iskandir Mohaammed reebamee jira

3. Ibroo Abdurhamaan Muummee

Yuunivarsiitii Amboo keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan barattoota Oromoo gaaffiin isin gaafachaa

jirtan gaaffii ABOti jechuun barnoota irraa arii’aman.( Bitootessa 01-2013)

1. Barataa Lataa Amantee

2. Barata Gizaw Daadhii

3. Barataa Laggasaa Tamasgeen

4. Barataa Amanuu Waamii

5. Barataa Haayilee Araarsaa

6. Barattuu Dinqee Caalii

7. Barataa Takkaaleny Girrum

8. Barataa Didhaa Gaarii

9. Barataa Haayiluu Dheeressaa

10. Barataa Balaay Ittafaa

11. Barataa Kabbadaa Raggaasaa

12. Barataa Andualem W/Gebreel

13. Barataa Gaaddisaa Tasfaayee

14. Barataa Daani’el Fufaa

15. Barattuu Meskerem Baayisaa

16. Barattuu Baatiree

17. Barattuu Biruktee

18. Barataa Gazzuu

19. Barataa Tsaggaayee

Barattootni Sidaamaa Qeerroo Bilisummaa waliin hidhata qabdu sababaa jedhamuun mana hidhaa mootummaa

Wayyaaneetti ukkaamsaman (Bitootessa 06-2013)

1. Obbo Kaasaa Kaayessoo

2. Obbo Taaffasee Barasoo

3. Obbo Butura Butuna

4. Obbo Assaamineew Dubbaalee

Godina Shawaa lixaa aanaa Ejeree keessatti ilmaan Oromoo isin ABO waliin hidhata qabdu jedhamuun

mana hidhaa wayyaaneetti ukkaamsaman( Bitootessa 29-2013)

Page 14: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

1. Habtaamuu Dachaasaa hojjetaa waajjira babal’ina hojii gamtaa

2. Zalaalam Taarraqeny hojjetaa waajjira babal’ina hojii gamtaa

3. Taarikuu Jimaa waajjira babal’ina hojii gamtaa ganda gabaa Jimaataa

4. Barsiisaa Badhaadhaa Nagaraa barsiisaa mana barumsaa Hinaaftuu

Mootummaan wayyaanee hidhaa Jumlaa eegaluun ilmaan Oromoo mana hidhaa mootummaa wayyaanee lafee

ilmaan Oromoo qoroxxomsaa ture Maa’ikelaawwiitti ukkaamse( Ebla 24_2013)

1. Tesfaayee Lamuu

2. Obbo Dassaalee Alamuu dhimma nageenyaa sabbataa ganda 04

3. Obbo Shaasoo Iddoosaa Buraayyuu irraa

4. Obbo Birraa Margaa

5. Addisuu Karrayyuu/Wallisaa/

6. Barataa Leellisaa Gammachuu yuunivarsiitii Arbaminc irraa

Godina Horroo Guduruu aanaa Abbay Coomman keessatti dargaggootni Oromoo isin Qeerroo nurratti ijaaraa

jirtu jedhamuun mana hidhaatti ukkaamsaman( Caamsaa 20-2013)

1. Tashaalee Addunyaa

2. Abbushee Oljirraa

Koollejjii barsiisota Jimmaa keessaa barattootni oromoo isin ABO waliin hidhata qabdu jedhamuun arii’aman(

Caamsaa 20-2013)

1. Barataa Gammachuu Duuressaa barataa Ingiliffaa waggaa 3ffaa

2. Barataa Zarihun Baashaa barataa fiiziksii waggaa 3ffaa

3. Barataa Aliyyii Ibraahim barataa spoortii waggaa 1ffaa

4. Barataa Muusaa barataa seenaa waggaa 2ffaa

Mana barumsaa Geedoo keessaa barattootni Oromoo isin uummata wayyaanee irratti ijaaraa jirtu jedhamuun

mana hdihaatti ukkaamsaman(Caamsaa 21-2013)

1. Barataa Iyob Mokonnin Barataa kutaa 11ffaa ‘’B’’

2. Barataa Wandimmuu Diriirsaa Barataa kutaa 12ffaa

3. Barataa Baacaa Faajjii Barataa kutaa 12ffaa ‘’A’’

4. Barataa Beekumaa Ajjamaa Barataa kutaa 10ffaa ‘’C’’ dhalootaan Midaaqeny

5. Barataa Shallamee Giddeelloo Barataa kutaa 12ffaa’’A’’

6. Barataa Eeebbisaa Fiixumaa Barataa kutaa 9ffaa’’D’’

Duula hidhaa mootummaan wayyaanee gaggeessu jabaachaa dhufuun Godina Booranaa aanaa Moyaalee

keessaa ilmaan Oromoo maqaa ABOn mana hidhaatti ukkaamsaman( Waxabajjii 08-2013)

1. Dargaggoo Kumsaa Tafarii

2. Damee Raggaasaa

3. Ibraahim Waariyoo

4. Daanyee Geetaachoo

Dargaggoota Oromoo hojii dhabdummaan rakkatan isin akeeka ABO lafa qabsiisuuf hojjettu jechuun mana

hidhaa Maa’ikelaawwiitti ukkaamse( Waxabajjii 13-2013)

1. Efreem Alamaayyoo Oljirraa

2. Galaalchaa Didhaa

Page 15: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

3. Solomon Lammeessaa

4. Iyyaasuu Gammachuu

Godina harargee bahaa keessatti ilmaan Oromoo maqaa ABOn hidhaman (Waxabajjii 24-2013)

Magaala Harar keessaa ilmaan Oromoo

1. Umar Sheik Mohaammed hojiin daldalaa

2. Ifaa Ziyaad Ahmed barataa rift vaalii

3. Abduljabbaar Ahmed barataa rift vaalii

Magaala Awwadaay keessaa

1. Barataa Roobaa Zakkaariyaas kutaa 10 kan xumure

2. Barataa Abdii Huseen TVET Haramaayaa kan baratu

Miseensotni Poolisii Oromoo isin Uummata fayyaduuf malee Wayyaanee tiksaa hin jirtan, duubni keessan

ABOdha jedhamuun hidhaman( Adoolessa 16-2013)

1. Shibbiruu Beenyaa

2. Tasammaa Ittafaa Qixxeessaa

Wayyaaneen waraana isaa keessaa amantamummaa dhabuun ilmaan Oromoo addatti mana hidhaatti ukkaamse(

Adoolessa 31-2013)

1. Tasammaa Tarreessaa ittisa biyyaa keessaa kan hojjetuu fi dhalootaan shawaa lixaa

2. Galataa Mijanaa Poolisii federaalaa dhalootaan Horroo Guduruu

3. Misgaaanuu Olaanaa ittisa biyyaa dhalootaan shawaa bahaa

4. Lammii Balaay dhalootaan Shawaa lixaa kan tahee fi ittisa biyyaa

Mootummaan wayyaanee dargaggoota Sidaamaa Ayyaana Cambalaalaa irratti dhaadannoo dhageessisatan

jechuun mana hidhaatti ukkaamse 40 keessaa(Hagayya07-2013)

1. Dargaggoo Sintaayyoo Lankaamoo

2. Dargaggoo Amaaree Kamisoo

3. Dargaggoo Biraanuu Kifle

4. Dargaggoo Gaarradoo Hoomaa

5. Dargaggoo Dastaa Chucha

6. Dargaggoo Lammisoo Shuuraa

7. Dargaggoo Dassaaleny Alamuu

Ilmaan Oromoo Godina Arsii aanaa Kofalee keessatti Jumlaan mana hidhaatti ukkaamsaman( Hagayya 08-

2013)

Page 16: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

1. Adam Jamaal

2. Leencoo Jiilchaa

3. Habiib Waabee

4. Gaachanoo Tusee

5. Mohaammed Dabal Usee

6. Jamaal/Arshoo Arsii

7. Mohaammed Ida’oo

Page 17: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

8. Amaan Bulii

9. Mohaammed Hasaan

10. Rashiid Burqaa

11. Abbush Ibraahim

12. Maammush Ibraahim

13. Tukee Basoo

Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamse irratti murtii dabaa dabarse( hagayya 08-

2013)

Lakk Maqaa Murtii Adaba hafe Ibsa

1 Dachaasaa

Wiirtuu

Waggaa 8

2 Eebbisaa

Raatessaa

Waggaa 8

3 Addaamuu Waggaa 8

4 Daagim

Baqqalaa

Waggaa 3

5 Geetuu

Saaqqataa

Waggaa sadii fi

ji’a sadii

6 Jireenyaa

Dassaaleny

Waggaa sadii fi

ji’a sadii

7 Barsiisaa Waggaa 4

8 Kabbadaa

Boonaa

Bilisa

9 Shaashee Waggaa sadii

10 Alamuu Waggaa sadiii

11 Dirribsaa

Daamxee

Waggaa sadii fi

ji’a sadii

12 Biraanuu Waggaa sadii

13 Darajjee Waggaa sadii

14 Geetaachoo Waggaa sadii

15 Seenaa Mararaa Waggaa sadii fi

ji’a sadii

16 Abdiisaa

Guddataa

Waggaa sadii fi

ji’a sadii

17 Mirreessaa

H/yesuus

Waggaa sadii

18 Damee Zarihuun Waggaa sadii

19 Alamaayyoo

Raggaasaa

Waggaa sadii

20 Abdii Darajjee Waggaa 4

Mootummaan Wayyaanee dargaggoo Oromoo Ifaa Iggazuu rasaasaan wallagga lixaa aanaa Jaarsoo keessatti

ajjeese. Garii ammo mana hidhaatti ukkaamse ( Hagayya14-2013)

Page 18: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

1. Dargaggoo Dassuu Alamaayyoo

2. Dargaggoo Fiqaaduu Tufaa

3. Dargaggoo Wandimmuu Guddaa

4. Dargaggoo Araarsoo Qajeelaa

5. Dargaggoo Gammachiis Bantii

6. Dargaggoo Biqilaa Israa’el

7. Dargaggoo Huseen Mohaammed

8. Dargaggoo Abbayyaa Baayisaa

9. Dargaggoo Tolosaa Alamaayyoo

Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo waraana wayyaanee keessaa hidhata ABO qabdu jechuun mana

hidhaatti ukkaamse(Hagayya19-2013)

1. Shibbiruu Mul’ataa magaala Finfinnee irraa Poolisii magaala Finfinnee

2. Barasaa Qixxeessaa poolisii magaala Finfinnee

3. Jamaal Muhee poolisii federaalaa irraa

4. Alamuu Taaddasaa poolisii federaalaa magaala Finfinnee

Mootummaan wayyaanee Ingineer Tasfaahun Camadaa mana hidhaa Qaallittii keessatti ajjeesse.( Hagayya 24-

2013)

Magaala Amboo keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo addatti dargaggoota isin miseensota ABOti

jechuun mana hidhaatti ukkaamse.( Fulbaana20 -2013)

1. Dargaggoo Tasammaa Taaddasaa

2. Dargaggoo Gaaromaa Immiruu

3. Shamarree Katamee Gaarii

Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo ayyaana irreecha Bishooftuu irratti waaqa isaanii karaa nagaa

kadhachuuf deeman qabuun hiite.( Fulbaana 29-2013)

1. Dargaggoo Tarreessaa Haayiluu Shawaa lixaa magaala Amboo irraa

2. Dargaggoo Fioomsaa Oljirraa Horroo Guduruu irraa

Naannoo Uummattoota Kibbaa keessatti mootummaan wayyaanee ilmaan Sidaamaa gaaffii mirgaa gaafattan

jechuun mana hidhaatti ukkaamse(Onkoloolessa 03-2013)

1. Dargaggoo Alaqaa Dajanuu

2. Dargaggoo Hoomaa Shaaffisoo

3. Qotee bulaa Dimaasoo Shuuraa

Mootummaan wayyaanee ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamse garee Tshaalaa Bakkalchaafaa jalatti

kanneen argaman murtii dabaa dabarsuuf mana murtiitti dhiyeesse.(Onkoloolessa 25-2013)

1. Tashaalee Bakkashoo

2. Tarfeessaa Magarsaa Hundee

Page 19: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

3. Alamaayyoo Gaaromsaa

4. Mulaatuu Abdiisaa Goobanaa

5. Lijaalem Taaddasaa Hawwii

6. Hasan Mohaammed Usmaan

7. Addunyaa Lammeessaa Beenyaa

8. Milkeessaa Waaqjiraa Gammadaa

9. Saamsoon Alamuu Qixxeessaa

10. Gammachuu Ammishuu Galgaloo

11. Usmaan Umar

12. Jaarsoo Booruu Raaree

13. Usmaa’el Kaliifaa Muzayyil

14. Guutuu Mul’isaa Gaddafaa

15. Kaffaalee Faxxanaa Gabayyoo

16. Huseen Bariisoo Godaanaa

17. Tolosaa Bachoo Gichoo

18. Kaanuu Gunos Damissee

19. Ittaanaa Sambataa Tuuchoo

20. Abarraa Biqilaa Tolosaa

21. Hirphaa Duubee Deekam

22. Soorsaa Dabalaa Galaalchaa

23. Asfaaw Hangaasoo Baatii

24. Mohaammed Saalim Waaqoo

25. Bashir Daadhii Tulluu

26. Hasan Amaan Saggee

27. Muktaar Usmaan Harbee

28. Alamaayyoo Tolosaa Liiban

29. Tashaalaa Iddoosaa Dirribaa

30. Boontuu Wadaay Buuraa

31. Bulchaa Sooressaa Guyyee

32. Mazgabuu Dabalaa Waaqjiraa

Mootummaan wayyaanee diddaa itti jabaate dura dhaabbachuuf ilmaan Oromoo mana hidhaatti ukkaamse.

Godina Booranaa aanaa Moyaalee keessaas ABO waliin hidhata qabdu jechuun mana hidhaatti ukkaamse.(

Sadaasa 9-2013)

1. Dargaggoo Tashoomaa Guutaa

2. Obbo Lammii Urgeessaa

3. Dargaggoo Ibraahim Huseen( Moyaalee kan qabame)

4. Dargaggoo Alaaminaa Geetaachoo

Injifannoo Uummata Oromoof!!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!!

Qeerroo Bilisummaa

Page 20: Sadaasa 9, Guyyaa FDG Ilaalchisee Ibsa Qeerroo ......9/2013tti FDG hedduun guutuu biyyaatti gaggeeffamaa bahe. Wayyaaneenis darara hidhaa fi ajjeechaa gaggeessaa ture. Bara kana keessa

Email contact: - [email protected] Facebook:- Qeerroo Bilisummaa

Sadaasa 10, 2013 Finfinnee Oromiya